Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Awaash ijaarsa Hidha Haaromsaatif boondii Birrii miiliyoona 25 bite

Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baankiin Awaash ijaarsa Hidha Haaromsaatif Birrii miiliyoona 25 boondii bite.

Bittaan boondichaa hidhichi ijaarramee xumuramuun ummanni elektiriika ga’aa akka argatu ni tumsaan beeksiseera baankichi.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.