Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Addunyaa haala deeggarsa Ityoophiyaaf taasisuu cimsuu dandeessisuurratti mari’ate

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Hoggantoonni Hojii mootummaa daayreektara hojii raawwachiisaa boordii baankii addunyaa waliin baankichi haala deeggarsa Ityoophiyaaf taasisuu cimsuu dandeessisuurratti mari’ataniiru.

Baaankichatti daayrektarri Afrikaa Dooktar Taawuuflaa Niyaamadizaaboo, Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee fi Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa waliin mari’ataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.