Fana: At a Speed of Life!

Baankii Addunyaatti Jilli daayreektara olaanaa Ityoophiyaa, Sudaan, Eertiraa fi Sudaan Kibbaa Osmaan Diyooniin durfamu Jigjigaa gale

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Baankii Addunyaatti Jilli daayreektara olaanaa Ityoophiyaa, Sudaan, Eertiraa fi Sudaan Kibbaa Osmaan Diyooniin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaa galeera.

Jilichi wayita magaalicha ga’uu Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad dabalate hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon naannichaa simannaa taasisaaniifiru.

Jilichi naannichatti hongee muudateen walqabsiisee hoggantoota olaanoo naannichaa waliin ni mari’atan akka eegamuu ragaan miidiyaa naannoo Somaaleerra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.