Fana: At a Speed of Life!

Baankichi Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu ibse

Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bara baajataa 2016 keessa Sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3.2 walitti qabuu beeksise.

Daldala Alaarraa Doolaara miiliyoona 878.5, Tajaajila daddabarsa maallaqa Idil Addunyaan Doolaara biiliyoona 2.07 fi Bittaan Doolaara miiliyoona 286.1 walitti qabuu ragaan baankicharraa argame ni mul’isa.

Bara baajataa darbe Shafara alaa Doolaara biiliyoona 3.4 walitti qabuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.