Fana: At a Speed of Life!

Baankichi qabeenyi waliigalaa isaa Birrii biiliyoona 114 ga’uu beeksise

Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa qabeenyi waliigalaa isaa Birrii biiliyoona 114 ga’uu beeksiseera.

Baankichi waggoottan 18n darban keessa guddina diinagdee biyyattii keessatti qooda olaanaa ba’achaa turuu eerameera.

Walga’ii Ariifachiisaa abbootii qabeenyaa 10ffaa fi walga’ii idilee18ffaa gaggeesseera.

Bara baajataa kana bu’aa waliigalaa Birrii biiliyoona 2.8 argachuu beeksiseera.

Baay’inni maamiltoota isaa miiliyoona 8.99 qaqqabuu walga’ichaan ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.