Fana: At a Speed of Life!

Baankichi miidhaa gareen shororkeessaa ABUT qaqqabsiise dandamachiisuuf meeshaalee qonnaa liiziin dhiyeessuuf ta’uu ibsame

Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) –Miidhaa gareen shororkeessaa ABUT bakkeewwan garaagaraatti qaqqabsiise dandamachiisuuf meeshaalee qonnaa liiziin dhiyeessuuf qophii maallaqaa taasisuu Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa beeksise.

Gareen miidhaa proojektiiwwan baankichi deeggarurratti qaqqabe qoratu gara hojiitti bobba’uu Preezdaantiin baankichaa Dooktar Yohaannis Ayyaaleewu ibsaniiru.

Proojektiiiwwan baankichi deeggaru hedduun naannoo Tigiraayitti kan argaman ta’uu kaasaniiru.

Proojektiiwwan bakkeewwan weerara garee shororkeessaa kana jalaa bilisa ba’anitti argaman irra deebiin dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Maddi:- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.