Baankichi lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 8 deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 8 deeggarsa taasiseera.
Deeggarsicha Preezdaantiin Baankichaa obbo Darribee Asfaaw Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadiif laataniiru.
Obbo Musxafeen deeggarsa taasifameef galateeffachuu ragaan Paartii Badhaadhinaa naannoo Somaalerraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.