Baankichi baatiwwan 12 darban tajaajila Baankii Diijitaalaan Maallaqa Tiriiliyoona 1.9 waljijjiirraa taasiise
Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa baatiwwan 12 darban tajaajila Baankii Diijitaalaan MaallaqaTiriiliyoona 1.9 waljijjiirraa taasiisuu beeksiseera.
Tajaajila Moobaayila Baankingii, CBE Birrii , Intarneet Baankiingii, ATM fi Paas Baankiin maallaqa kana waljijjiirraa taasiisuu Pireezidaantiin dhaabbatichaa Obbo Abbee Saannoon ibsuu ragaan fuula baankicharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.