Fana: At a Speed of Life!

Baalli sammuu adoochu Kiiloo Giraamni 21 ol to’atame

Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Baalli sammuu namaa adoochu Kiiloo Giraamni 21 ol to’atame Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa beeksise.

Baalli sammuu namaa Adoochu kun lakkoofsa balallii ET – 913 Kaameeruunii ka’uun gara Finfinnee galuun lakkoofsa balallii ET- 901 Finfinnee gara Naayijeeriyaa imaluuf wayita socha’aa ture hordoffii taasiifameen to’atamuu tajaajilichi ibseera.

Baalli sammuu adoochu Kookeeyinii jedhamu Kiiloo Giraamni 21.7 ta’atamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa ibsa miidiyaaleef ergeen himeera.

Shakkamaan lammummaan isaa Naayijeeriyaa ta’e tokko to’atamuun qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu himeera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.