Fana: At a Speed of Life!

Baahir Daaritti shugguxiin 449 to’atame

Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti shugguxiin 449 to’atame.

Shugguxii seeran alaa kanneenin ala meeshaaleen koontiroobaandiis to’atameera.

Meeshaaleen kanneen eeruu ummatni laatee fi qaamoleen nageenyaa sakattoo taasisaniin qabamaniiru.

Meeshaaleen kanneen mana nama dhuunfaa keessatti kuufamuuni kan qabaman.

Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa Naannoo Amaaraa poolisii waliin dhimmicha qorachaa jiraachuunis eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.