Fana: At a Speed of Life!

Azeezootti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame

Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Magaalaa Gondar Kutaa Magaalaa Azeezoo Xeeddaatti shugguxiin seeraan ala daddabarfamaa ture 308 to’atame.

Shugguxiin kunneen sakatta’iinsa kutaa magaalichaa ganda Dimmaazaa jedhamutti to’atamuu hogganaan waajjira bulchiinsa nageenyaa kutaa magaalichaa Saajiin Olaanaa Dammaqaa Zallaqaa ibsaniiru.

Namoonni shugguxii kanneen daddabarsaa turan lama to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan kominikeeshinii kutaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.