Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni yaaddannoo Adwaa 125ffaan Afrikaa kibbaatti qindeessummaa Imbasii Ityoophiyaatin marii paanaaliitin kabajame

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC)- Ayyaanni yaaddannoo Adwaa 125ffaan Afrikaa kibbaatti qindeessummaa imbasii Ityoophiyaatin marii paanaaliitin kabajameera.
Ayyaanichi mata duree “Adwaan Faajjii Tokkummaa Sabdaneessaa” jedhuun marii viidiyoo konfiraansiin kabajameera.
Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Shifarraw Taklamaariyaam maricharrati haasaa taasisaniin, waltajjichii akka milkaa’uuf qaamolee shooraa isaanii ba’aan galateeffataniru.
Maarii paanaalii kanarratti Ministir deettaa Ministeera Dhimma Alaa Amabaasaaddar Reedwaan Huseen dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo hirmaataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.