Ayyaanni waggaa Gabireelii Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Waggattii yeroo lama kan kabamu ayyaanni wagga Gabireelii duudhaa amantaa isa eeggatee Qullubbii fi Hawaasaatti kabajamaa jira.
Ayyaana Qullubbiitti kabajamaa jirurrattii Paatiriyaarkiin Mana Amataa Ortodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa Abunaa Maatiyaas argamuun eerameera.
Ayyaanichi hordoftoota amantichaa naannawaa garaagraatii dhufaniin kabajamaa kan jiru yoo ta’u, tuuristoonnis biyyoota garaagaraa ayyaanichaarratti hirmaachaa jiru jedhameera.
Ayyaanichi jala bultiirraa eegalee sirnootaa garaagaraan kabajamuu itti fufeera.
Maqidas Asfawuu, Dabiriituu Bezaabbii fi Yiyyaa Nuureetu Gabaase
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.