Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Shaday magaalaa Saqoxaatti kabajamuu eegale

Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) – Ayyaanni Shaday naannoo Amaaraa magaalaa Saqoxaatti haala ho’aan kabajamuu eegaleera.

Ayyaanicharratti Ittaanaa Muummee Ministiraafi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin dabalatee Pireezidaantii naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaa, hoggantoonni olaanoon naannichaafi keessummoonni kutaalee biyyattiirraa walitti babba’an  hirmaachaa jiru.

Ayyaanichi wagga waggaan baatii Hagayyaa kan kabajamu yoo ta’u, shamarran tapha Shaday taphachuun ayyaanicha dabarsu.

Taarikuu Laggasaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.