Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Mowuliidaa Masjiida guddicha Anwaaritti kabajame

Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaanni Mowuliidaa waggaan kumni 1 fi 499ffaan Finfinnee Masjiida guddicha Anwaaritti kabajameera.

Abbootiin Amantaa, Hordoftoonni Amantichaa fi keessummoonni waamichi taasiifameef bakka argamanitti har’a ganama barii eegalee sirnoota amantichaa garaagaraan kabajamuu TOI gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.