Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Mowuliidaa Magaalota garaagaraatti kabajame

Finfinnee, Fulbaana 5, 2017 (FBC) – Ayyaannii dhaloota Nabii Muhammad (S.A.W)kan bara kuma 1 fi 499ffaa Magaalota garaagaraatti kabajameera.

Ayyaanichii magaalaa Hararii, Walaayittaa Sooddoo fi Goondaritti sirnoota adda addaan kabajame

Tashoomaa Hayiluu fi Ibraahiim Baadiitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.