Ayyaanni Masqalaa guutuu Ityoophiyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Ayyaanni Masqalaa guutuu Ityoophiyaatti sirnoota garagaraatin kabajamaa jira.
Ityoophiyaatti Haftee hambaa Dhaabbata Bartootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti UNESCO ta’aanii galmaa’aan keessaaa tokko ayyaana Masqalaati.
Ayyaanichi sirnoota amantaa fi aadaa garagaraatin guutuu biyyaatti kabajamaa jira.
Guyyaa kaleessaas ayyaanni Daamaraa bakka hordooftoonni amantaa kiristaanaa fi hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon argamanitti addabaabaayii Masqalaatti kabajameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.