Ayyaanni kataraa guutuu biyyattiitti haala ho’aa ta’een kabajaamaa jira
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ayyaanni kataraa guyyaa har’aa hordoftoota amantaa Kiristaanaa Tawaahidoon guutummaa biyyaattiitti haala ho’aa ta’een kabajaamaa jira.
Magaalaa Finfinneetti hoedoftoonni amantichaa manneen amantaa garaagaraarraa taabota ba’an fuudhanii gara Jaanmeedaa( Hurufa Boombiitti) imalaa jiru.
Feeven Bishawutu gabaase.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.