Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamu qophiin xumuramuun hojiitti galameera – TKM

Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Qaamoleen nageenyaa sadarkaan jiru hundi ayyaanni cuuphaa rakkoo malee akka kabajamu qophii ga’aa taasiisuun hojiitti galuu tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.

Tajaajilli Kominikeeshiinii Mootummaa haala yeroo ilaalchisee ibse laateera.

Hawaasni ayyaanichi karaa nagaan akka kabajamee xumuramu qooda irraa eegamu akka ba’aan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun waamicha dhiyeessaniiru.

Qaamolee ayyaanni Kataraa fi Cuuphaa karaa nagaan akka kabajamu hojjechaa jiran hunda galateeffataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.