Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni kadhata Kamisaa guyyaa har’aa kabajame

Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ayyaanni kadhata kamisaa hordooftoota amantaa kiristaanaan guyyaa har’aa sirnoota garagaraan kajameera.
 
Ayyaanicha Manni Amantaa Ortodooksi Tawaahdoo Ityoophiyaa fi Manni Amantaa Kaatolikii Ityoophiyaa sirnoota garagaraan kabajame oole.
 
Iyesuus Kiristoos guyyaa har’aa kana gadi bu’ee miila ergamtoota dhiquun gaarramummaa fi ajajamuu barsiisuu yaadachuudhan ayyaanichi kan kabajame.
 
Ayyanichas Manni Amantaa ortodooksi Tawaahdoo Ityoophiyaa fi Manni Amantaa Kaatolikii Ityoophiyaa sirnoota garagaraan kabajaniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.