Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Arii “Diishtaa Giinaan” kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa saba Arii “Diishtaa Giinaan” magaalaa Jiinkaatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja ayyaanichaarratti bakka buutonni hawaasa godiinichaa kudha jahanii argamaniiru.
Mallas Taaddalaatu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.