Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Irreechaa Magaalaa Asoosaatti kabajamaa jira

Finfiinnee, Onkololeessa 27, 2014 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa naannoo Beenishaangul Gumuz Magaalaa Asoosaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jiraachuu ibsame.

Ayyaanichi bakka hooggantoonnii fi hirmaattonni naannolee Oromiyaa, Beenishaangul Gumuzii fi Gaambeellaa argamanitti sagantaa Siimpooziyeemiin kabajamaa jiraachuu ragaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii naannoo Beenishaangul Gumuz irraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.