Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Ayyaanni Irreecha Hora Finfinnee bara 2017 mata duree ‘Irreecha keenya, haaromsa Aadaa Keenyaaf’ jedhuun kabajamaa jira.

Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee, kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannoo Oromiyaa fi kutaalee biyyattii adda addaa sirna kabaja Hora Finfinnee kanarratti hirmaachuuf Finfinnee Naannawaa Doloolloo Buddeenaatti argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.