Ayyaanni injifannoo Karra Marraa paarkii michummaa Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Ayyaanni injifannoo Karra Marraa paarkii michummaa Ityoo-Kuubaatti kabajamaa jira
Qophii yaaddannoo kanarratti miseensoota loltuu waraanicharratti hirmaataan, amaabasaaddara Kuubaa fi jirattoonni magaalaa finfinnee argamaniirru.
Injifannoon Karra Marraa Ityoophiyaanoonni tokkuummaan dhaabbachuun, jaalala biyya isaaniif qaban kan mul’isan tahuun kabajaa fi beekkamtiin kennamuuf akka qabu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.