Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan kabajame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan guutuu Ityoophiyaatti kabajameera.
Ayyaanni Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaan magaalaa Finfinnee fi guutuu Ityoophiyaatti bifa hoo’aa ta’een kabajameera.
Sirna kabaja ayyaanichaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamurratti hoggantoonni mootummaa olaanoo, Dippiloomaatoonni garaagaraa, hordoftoonni amantichaa fi keessummoonni kabajaa waamichi taasiifameef argamaniiru.
Istaadiyeemii Finfinnee fi kutaalee biyyattii garaagaraatti sirni salaata Iid raawwatameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.