Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Al Faxir magaalaa Kamiseetti kabajame

Finfinnee, Ebla 2, 2016 (FBC)  –  Ayyaanni Iid  Al Faxir Waggaa 1445ffaan Godina Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti kabajameera.

Ayyaanichi sirnoota amantichaa adda addaan haala hoo’aa ta’een kabajamuu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.