Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira.
Ayyaanichi Paarkii Awweetuutti kabajamuu eegaleera.
Haawaasni muslimaa kumaatamatti lakkaawaman Magaalaa Jimmaa paarkii Aweetuu keessatti salaata gochuuf hawaasni magaalaa Jimmaafi naannawashee kallattiiwwan gara garaarraa bakkichatti argamaniiru.
Abdurehmaan Mahaammaditu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.