Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Al Adahaan magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1444ffaan magaalaa Dirre Dhawaatti kabajamaa jira.

Kantibaa magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Jawaar Dabalatee hoggantoonni mootummaa fi Jiraattoonni Magaalaa Dirre Dhawaa fi naannawashee sirna solaatarratti argamaniiru. .

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.