Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan nagaan xumuramuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksise.
Hogganaan biirichaa obbo Alamaayyahu Xiimootiwoos ibsa miidiyaaleef laataniin ayyaanichi rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan kabajamee xumuramuu ibsaniiru.
Ayyaanichi nagaan kabajamee akka xumuramuuf qaamoleen nageenyaa fi uummanni naannichaa ga’ee ba’ataniif galateeffataniiru.
Birhaanuu Bagaashaawutu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.