Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Fichee Cambalaalaa kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan kabajamaa jira.

Ayyaanichi agarsiisa aadaa garaagaraa kanneen akka horee, faaroo, qeexaalaa, guugsii fardaa fi kanneen biroon kabajamaa jiraachuu hogganaan Biiroo Prees Sakreetariyaatii naannichaa obbo Filiiphoos Naahoom eeraniiru.

Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ayyaana nagaa, jaalala fi tokkummaa ta’uu ibsaniiru.

Ayyaanichi bara 2008 hambaalee keeliyaa UNESCOtti galmaa’uun isaa kan yaadatamudha.

Beezaawiit Kabbadaa fi Biqilaa Tufaatu gabaase.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.