Ayyaanni Daamaraa naannolee garaagaraatti kabajame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Magaalaa Asoosaa, Gaambeellaa fi Hawaasatti kabajameera.
Sirni Gubaa Daamaraa Naannoo Beenishaanguil Gumuz magaalaa Asoosaa, naannoo Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaa fi Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasatti akkaataa duudhaa amantaa eegeen gaggeeffameera.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.