Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Daamaraa magaalota garaagaraatti bifa ho’aa ta’een kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 16, 2015(FBC)- Ayyaanni Daamaraa magaalota biyyattii garaagaraa keessatti bifa ho’aa ta’een kabajamaa jira.

Ayyaanichi magaalota Finfinnee, Jimmaa, Naqamtee, Asallaa, Dirree Dhawaa, Shaashamannee, Baahir Daar, Hawaasaa, Dabra Birhaan Walaayittaa Sooddoofi kanneen biro keessatti haala sirna amantichaa eegeen kabajamaa jira.

Sirna kabaja ayyaanichaarratti abbootiin amantaa, hordoftoonniifi hoggantoonni mootummaa fi daawwattoonni biyya alaa argamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.