Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta’ee akka galmaa’u murtaa’e

Finfinnee, Mudde 2, 2012 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta’ee akka galmaa’u murtaa’e

Ayyaanni Cuuphaa galmee hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta’ee akka galmaa’u murtaa’uusaa dhaabbatichi beeksiseera.

Dhaabbatichi walga’ii eegumsa hambaaleerratti Kolombiyaa Bogootaatti gaggeessaa jirurratti ayyaanni Cuuphaa hambummaan akka galmaa’u kan murteesse.

Haaluma kanaan ayyaanni Cuuphaa Masqala, Sirna Gadaa fi Fiichee Cambalaalaatti aanuun hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta’ee akka galmaa’era.

Faransaayitti Imbaasiin Ityoophiyaa akka beeksisetti, miseensi koree dhaabbatichaa Jibuutiin ayyaanichi hambummaan akka galmaa’u ga’ee olaanaa taphatteetti.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.