Ayyaanni bara haaraa Saboota Burjii kabajamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Ayyaanni bara haaraa Saboota Burjii (Waankaan Ayyaanaa) kabajamaa jira.
Ayyaannichaan duudhaaleen eegamuun dhalattoonnii fi jaallatoonni naannichaa bakka argamaniitti kabajamaa jiraachuu ragaan teeleevizhinii naannoo kibbaarra argame ni muuldhisa.
Ayyaanichi marii siimpooziyeemiin kabajamaati kan jiru
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.