Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Bara haaraa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ayyaanni Bara haaraa 2017 guutuu biyyattiitti kabajamaa jira.

Barichi bara tokkummaa, jaalalaa, dhiifamaa fi nageenyii waaraa itti mirkanaa’u akka ta’u qaamni hundi qooda isaa bahachuu qakka qaban Abbootiin Amantaalee, hoggantoonni mootummaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa dhaamaniiru.

Bara 2017 bara seenaan leellifamu taasiisuuf haa qophnoofnu jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.