Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Arafaa magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een magaalaa Jimmaatti kabajamuu eegaleera.
Abbootiin Amantaa fi hordoftoonni Amantaan Islaamaa addabaabayii Abbaa Jifaaritti argamuun sirnoota garaagaraan ayyaana Arafaa kabajuu eegalaniiru.
Abdurahamaan Mahaammaditu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.