Ayyaanni Arafaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajame
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaan sirna hoo’aa ta’een Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Ayyaannichi Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti sirnoota garaagaraan bakka abbootiin amantaa, hoggantoonni mootummaa fi hordoftoonni amantichaa hedduun argamanitti kabajameera.
Daagmaawii Deeksisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.