Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafama
Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu kan kabajamu Ayyaana Dhaloota Nabiyyuu Mahaammad (SAW) (Mawulidaa) sababeeffachuun sa’aatii 12:00 irratti Madfiin si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu Ministeerrii Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksise.
Ayyaanni Mawulidaa 1498ffaan boru Finfinneetti Masjiidaa Anuwaaritti kabajama.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.