Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafamaa-Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC)- Ayyaana Idal Adahaa sababeeffachuun boruu ganama Madfiin si’a sagala akka dhukaafamu ibsame.
Ministeerrii Raayyaa Ittisa Biyyaa Ibsa FBC’f ergeen, boru Waxabajjii 21, 2015 ayyaanaa Idal Adahaa sababeeffachuun Madfiin sa’aatii 12:00 irraatti si’a sagala akka dhukaafamu beeksiseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.