Fana: At a Speed of Life!

Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayiin Masqalaa qulqulleeffame

Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Ayyaana Damaraa sababeeffachuun Addabaabayii Masqalaa qulqulleesse.

Dureewwan amantaalee garaagaraa fi hordoftoonni sagantaa qulqullinaa kanarratti hirmaataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.