Awutoobisoonni deddeebisa ummataa Humna Elektirikaan hojjetan tajaajila kennuu eegalan
Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Awutoobisoonni deddeebisa ummataa Humna Elektirikaan hojjetan yeroo jalqabaaf tajaajila kennuu eegalaniiru.
Awutoobisoonni kunneen Dhaabbata Balaayinee Kindeen walitti kan hidhaman ta’uu eerameera.
Awutoobisoonni har’a hojii eegalan kunneen, Boolee karaa Isxifaanoos – Kiiloo 4 – Kiiloo 6n Shiroo meedaatti hojii eegaluu ragaan dhaabbaticharraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.