Fana: At a Speed of Life!

Awutoobisiin Magaalaa namoota Gadda taa’an irraan du’aatii fi miidhaa qaqqabsiise

Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Konkolaataan Awutoobisiin Magaalaa dunkaana namoota gadda taa’aniif buufame cabsee seenuun balaa qaqqabsiiseen lubbuun namoota sadii darbe.

Balichi kaleessa galgala sa’aatii 1:00 irratti naannawaa Shagoolee jedhamuun beekamutti qaqqabeen namoota 20 olirra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabeera.

Gadda Abbaa Mana isaaniif dunkaanicha keessa kan taa’aa turan balichaan haadha isaanii dhabuun eerameera.

Namoota miidhaan irra qaqqabes wal’aansaaf gara Hospitaalaa geeffamuu Ogeessi Kominikeeshinii fi Quunnamtii Ummataa Koomiishinii Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa Magaalaa Finfinnee Obbo Nigaatuu Maammoon FBC’f himaniiru.

Tigisti Silashiitu gabaase.

Awutoobisiin Magaalaa namoota Gadda taa’an irraan du’aatii fi miidhaa qaqqabsiise

Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)-Konkolaataan Awutoobisiin Magaalaa dunkaana namoota gadda taa’aniif buufame cabsee seenuun balaa qaqqabsiiseen lubbuun namoota sadii darbe.

Balichi kaleessa galgala sa’aatii 1:00 irratti Finfinnee naannawaa Riqicha Alamtsahaay jedhamuun beekamutti qaqqabeen namoota 20 olirra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabeera.

Gadda Abbaa Mana isaaniif dunkaanicha keessa kan taa’aa turan balichaan haadha isaanii dhabuun eerameera.

Namoota miidhaan irra qaqqabes wal’aansaaf gara Hospitaalaa geeffamuu Ogeessi Kominikeeshinii fi Quunnamtii Ummataa Koomiishinii Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa Magaalaa Finfinnee Obbo Nigaatuu Maammoon FBC’f himaniiru.

Tigisti Silashiitu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.