Waajabila Faanaa Masaaraan mootii qaroomina Maayaa qotamuun aragame Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii wagaa kuma 1 ol qabu qotamuun aragame. Aarki’oolojistoonni Meeksikoo Masaraan mootii qaroomina Maayaa umurii…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy bakka qonna magaalaa daawwatan Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC)- Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka qonna magaalaa daawwatan. Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa baatii 5tti karoora ol galii walitti qabuu beeksise Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa bara baajataa 2012tti Birrii biiliyoona 22 walitti qabuuf karoorsee, baatii shan keessatti Birri biiliyoona 10 walitti…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin ga’een dhaabbilee nageenyaa ce’umsa siyaasaa keessatti qaban gaaggeefamaa jira Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii ga’een dhaabbileen nageenyaa ce’umsa biyyatti keessatti qaban ilaalchisuun Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Qopheessummaa Instiitiyuutii…
Idil Addunyaa Jaappaan xiyyaarotaa fi doonii waraanaa gara Baha giddugaleessatti erguufi Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Jaappaan Xiyyaarotaa fi Doonii waraanaa gara Baha giddugaleessatti erguuf jetti Jaappaan dooniwwaan daldalaa isheerraa miidhaa eeguuf doonii fi…
Idil Addunyaa Balaa xiyyaaraa Kaazaakistaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 14 darbe Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Balaa xiyyaaraa Kaazaakistaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 14 darbuun himame. Qabeenyummaan isaa Beek Eer kan ta’e xiyaarri kun balalliif ka’ee…
Oduu biyya keessaa Hiriirri waamame beekkamtii mana maree dhimmoota Islaamummaan ala jedhame Wabi Fufa Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – hiriirri hordooftoonni amantaa Islaamaa karaalee miidiyaa hawaasaa garagaraan guyyaa har’aa akka gaggeessaniif waamame beekkamtii mana maree dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Moojuulli seenaa Gaanfa Afrikaa fi Ityoophiyaarratti qophaa’e gamaaggamamaa jira Wabi Fufa Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) - Moojuulli seenaa Gaanfa Afrikaa fi Ityoophiyaa; barattootni yuunvarsiitii waggaa 1ffaa akka barataniif qophaa’e Finfinneettii gamaaggamamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Koonfiraansiin Nageenyaa Magaalaa Asoosaatti taa’amaa jira Wabi Fufa Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee16, 2012(FBC)- Koonfiraansiin Nageenyaa Magaalaa Asoosaatti taa'amaa jira. Koonfiraansii kanas kan qopheesse Waajjira Qindeessaa Sagantaa Nageenyaa fi Misooma Waliinii…
Teeknooloojii Saatalaayitiin Ityoophiyaa suuraa jalqabaa hawaarraa kaafte ergite Wabi Fufa Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Saatalaayitiin Ityoophiyaa torbee darbe gara Hawaatti furgugsite suuraa jalqabaa Hawaarra kaafte ergite. Lafa kan qorattuu fi ragaa suuraan galmeessuun…