Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun korma gurraacha qaluun waaqa kadhatan
Finfinnee, Bitootessa 27, 2012 (FBC) – Abbootiin Gadaa Gujii bu’uuruma Sirni Gadaa isaan ajajuun; vaayrasiin koroonaa Adduunyaa irraa akka baduuf Sirna Gondooroon korma gurraacha qaluun…