Oduu biyya keessaa Obbo Ibraahim Malkaa Du’aan boqotan Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Qabsa’aa gameessi ummata Oromoo Obbo Ibraahim Malkaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotan. Obbo Ibraahim Malkaan qabsaa’aa gameessa, sirna Abbaa irree Dargii…
Fayyaa Wal’aansa baqaqsanii yaaluun nama tokko keessaa Sibiloonni 110 ba’e Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Hospitaala Kompireheensivii Ispeeshaalayizdii Alartitti wal’aansa baqaqsanii yaaluun ga’eessa umrii Waggaa 46 keessaa sibiloonni gosa garaagaraa 110 ol ba’uun…
Oduu biyya keessaa ‘Airbus A350-1000’ 2ffaan Tajaajila Mijataa kan cimsu ta’uun ibsame Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Xiyyaarri 'Airbus A350-1000' (ET-BAX) 2ffaan tajaajila mijataa fi ammayyaa’a Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa maamiltootaaf kennaa jiru kan cimsu ta’uun…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa dhaabbilee lama waliin waliigaltee mallattesse Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Daandiin Qiilleensa Itiyoophiyaa Dhaabbata Ayiveeshinii Heenaan Chaayinaa fi Garee Fichiisisa Shiiyaaman waliin hojjechuuf waliigaltee mallattesseera.…
Oduu biyya keessaa Godaantoonni 169 gara Biyyaatti deebi’an Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Godaantoota seeraan alaa169 balallii marsaa lamaan gara biyyaatti deebisuu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise. Embaasichi Dhaabbata Godaantoota…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin xumuraa Guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka Pireezidaanti Taayyeen… Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)- Waltajjiin xumuraa guyyaa Farra Malaammatummaa Idil Addunyaa bakka pireezidaantiin FDRI Taayyeen Atsiqasillaaseen argamanitti Yaadannoo Injifannoo Adwaatti…
Oduu biyya keessaa Zooniin Addaa Diinagdee beekkamtii Magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Zooniin Addaa Diinagdee Sadarkaa Idil Addunyaatti beekkamtii magarisummaa akka argataniif waliigalteen dandeessisu mallattaa’e Waliigalticha Daayrektarri…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraa daawwachaa jiru Tsehay Guluma Dec 11, 2024 0 Finfinnee, Mudde 2, 2017 (FMC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Bahaatti hojiilee misooma garaagaraaa daawwachaa jiraachuun ibsame. Godina…
Oduu biyya keessaa Mariin Sosochii ‘Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu “ Magaalaa Asallaatti gaggeeffame Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC)- Mariin hubannoo uumuu sosochii "Itiyoophiyaan haa Oomishtuu" Godina Arsii Magaalaa Asallaatti gaggeeffameera. Marichi bakka Hogganaan Biiroo Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Nageenyi Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee haala gaarrirra jira- Poolisii Federaalaa Tsehay Guluma Dec 10, 2024 0 Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Yeroo ammaa Nageenyi Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee haala gaarrirra jiraachuu Poolisiin Federaalaa beeksise. Haala nageenya Magaalaa Finfinnee fi…