Fayyaa Kaansarii fiixee gadameessaa Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Kaansariin Fiixee Gadameessaa Vaayirasii ijaan hin mul’anne ‘Humna Papilloma virus’ jedhamuun kan dhufuudha. Dhibee kun lubbuu dubartootaa gaaga’uun…
Idil Addunyaa Raashiyaan misaa’ela baalaastikaa ardii qaxxaamuru Yuukreenitti dhukaasuu ibsame Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Raashiyaan misaa'ela baalaastikaa ardii qaxxaamuru Yuukreenitti dhukaasuu Humni Qilleensaa Yuukreen beeksiseera. Mooskoon meeshaa akka kanaa waraana…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa gocha gara jabinaafi suukanneessaa finxaaleyyiin raawwatame cimsee kan… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa gocha gara jabinaafi suukanneessaa finxaaleeyyiin raawwatame cimsee kan balaaleffatuu fi nageenya lammiilee tiksuufis kan…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti kenna tajaajila caasaa gandaa haaraa… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Pireezidaantii itti aanaan naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti kenna tajaajila caasaa gandaa haaraa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa daandii Tajaajila idil addunyaa filatamaa jedhamuun badhaafame Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa yeroo 8ffaa daandii tajaajila idil addunyaa filatamaa jedhamuun badhaafameera. Walga’iin Waliigalaa Waldaa Daandiiwwan…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti kabajamaa jira Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) - Guyyaan Tuurizimii Addunyaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti yeroo 20ffaaf mata duree "Tuurizimii Nageenyaaf!" jedhuun Godina Arsii Magaalaa Asallaatti marii…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti hojiin loltoota duraanii deebisanii dhaabuu eegalame Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Tigraayitti hojiin loltoota duraanii deebisanii dhaabuu eegalamuu Komishiniin Haaromsa Biyyaalessaa beeksise. Komishinichi naannolee 7…
Oduu biyya keessaa Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jiran kan jajjabeeffaman ta’uu Pireezidaantii Itti…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaarratti hirmaachaa jirti Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Mufariyaat Kamiil yaa’ii misooma Ogummaa fi Barnoota Teeknikaa Addunyaa Chaayinaa Tiyaanjiitti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu qaba –… Sifen Megersa Nov 21, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Hawaasni qulqullina aadaa taasifachuun yeroo mara qulqullina naannoo eeggachuu akka qabu Kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan. Duulli…