Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Dec 28, 2019 0 Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii Sosochii misooma bunaa ogeeyyii godinaalee fi aanaalee bunni keessatti oomishamaa jiru hirmaachise gaggeeffamaa jira. Hudhaawwan…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen amantaa gochaa manneen amantaa magaala mooxaa irratti raawwate balaalleffatan Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Manni maree dhimmoota Islaamummaa Ityophiyaa fi manni amantaa Ortoodoksii Tawaahidoo Ityoophiyaa gochaa manneen amantaa Magaala mooxaa irratti raawwate…
Oduu biyya keessaa Adeemsaalee Waldanda’uu amantaalee fi aadaa waliin jireenyaa faalleessan ni balaalleeffanna –… Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Adeemsaalee Waldanda’uu amantaalee fi aadaa waliin jireenyaa faalleessan kan balaalleeffatan ta’uu Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan farra malaammaltummaa kabajame Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Mudde 11, 2012(FBC) - Guyyaan farra malaammaltummaa dhaadannoo ‘Naamusa daa'immanii fi dargaggootaa dagaagsuun dhaloota malaammaltummaa lagatu yaa horannu’ jedhuun Damee Lixaa…
Oduu biyya keessaa Hidhaan Haaroomsaa biyyoon akka hin guuttamne hojjetamuu qaba Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Hidhaan haaroomsaa guddichi biyyoon akka hinguuttamne hojiin misooma sululaa ciminaan hojjetamuu qaba jedhame. Waltajjiin marii biyyaaleessa hojii…
Idil Addunyaa Traamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan. Traamp humni hawaa barbaachisaa ta’uu kan amanan, buufata waraanaa…
Ispoortii Loozaa Abarraa Taphattuu cimtuu Baatii Sadaasa fi Muddee taate Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Taphattuun sarara fulduraa kubbaa miilaa Loozaa Abarraa tapha priimeerliigii dubartoota Maaltaan keessatti ga’umsa olaanaa agarsiifteen taphattuu cimtuu…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Asfaaltii naannoolee sadi walqunnamsiisu eegalame Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee11, 2012 (FBC) – Ijaarsi Daandii Asfaaltii Oromiyaa, Naannoo Kibbaa fi Gaambeellaa qaxxaamuraan walqunnamsiisu eegalame. Daanichi km 140.2 kan dheeratu yoo ta’u, Jimmaa,…
Oduu biyya keessaa Walga’iin sadee Hidha Haaroomsaa eegalame Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Walga’iin 3ffaan hidha haaroomsaa Sudaan Kaartuumitti eegalame. Ministeeroonni Bishaanii,Jallisii fi Iinerjii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibtsi dhimma…
Oduu biyya keessaa Gabaa ammayyaa’aa fi haqa qabeessa ta’e diriirsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Dec 21, 2019 0 Finfinee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Ejensiin Misooma Gabaa Oromiyaa rakkoo gabaa furuuf sirna gabaa ammayyaa'aa fi haqa qabeessa diriirsuuf hojjechaa jiraachuu beeksiseera. Rakkoo gabaa…