Oduu biyya keessaa Jila aadaa Ityoophiyaaf Karanitti simannaan taasifame Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Jila aadaa Ityoophiyaa daawwidhaaf Eertiraa jiruuf Karanitti simannaan taasifameef. Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa…
Balballoommii fi yaada Naannoo Kibbaa godinaalee 5tti talaalliin pooliyoo duulan kennamuufi Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaa godinaalee 5tti talaalliin pooliyoo duulan kennamuufi. Biiroon Fayyaa naannichaa ibsa laaten akka beeksisetti, dhibeen pooliyoo fakkaatu…
Fayyaa Dhibeen ‘giinii woorm’ waggoottan lamaan darbanitti namarratti hin muul’anne… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Dhibeen 'giinii woorm' waggoottan lamaan darbanitti namarratti hin muul'anne jedhame. Lakkoofsi dhibichaa bineeldotarratti muul'ate 17 gara 8 hir'achuu…
Oduu biyya keessaa Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad injifatan… Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad injifatan nuufis ulfina jedhan Eertiraanonni. Jilli Eertiraa…
Waajabila Faanaa Daa’ima Waggaa Kudhanii Hojii Qonnaan Jiraatu Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Sadaasa 26, 2012 (FBC) – lammiileen biyyoota garagaraa addunyaarra jiraatan sadarkaan diinagdee mataa isaanii fi mala jireenyaa ni qabaatu. Bu’uruma kanaan maatiin jireenya…
Ispoortii Ramaddiin Moo’anii Darbuu Liigii Awrooppaa Ifoome Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Haaluma Kanaan Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Ramaddiin moo’anii darbuu Liigii Awrooppaa ifoome. Haaluma kanaan; Woolvis – Espaanyool Spoortiing Leezban – Baakshaayar…
Waajabila Faanaa Adurreen Lil Bub Fesbuukii fi Inistaagiraama irratti hordoftoota miiliyoona 5.5 qabdi. Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2012 (FBC) – Adurreen Lil Bub Fesbuukii fi Inistaagiraama irratti hordoftoota miiliyoona 5.5 qabdi. Abbaan Adurree kanaa, Maayik Biridaaviskii, du’a ishee…
Balballoommii fi yaada Obbo Ammahaa Makoonnan ‘Mirga Namoomaa Fi Olaantummaa Seeratiin’ Badhaafaman Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Obbo Ammahaa Makoonnan ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaafaman. Obbo Ammahaan badhaasa ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaasa…
Oduu biyya keessaa Badhaasni Noobeelii Dilbata Dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa Ni Kaa’ama Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Badhaasni noobeelii nageenyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama jedhame. Ministeerri Aadaa fi…
Waajabila Faanaa Fiinlaanditti Addunyaarraa Umurii Xiqqoon Muummee Ministira Ta’uun Filataman Obse Wakgari Dec 17, 2019 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Fiinlaandi Saanaa Maariin ga’eettiin umurii 34 addunyaarra umurii xiqqoon gaggeessaa taa’an. Saanaa Maariin muummeen ministira Antii…