Oduu biyya keessaa Affeerraa irbaataa preezdaant Isaayyaas…. Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Affeerraan irbaataa preezdaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqiif qophaa'e eda galgala Masaraa Mootummaatti mata duree "Boqonnaa seenaa waloo yaa kabajnu"…
Balballoommii fi yaada Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Poolisoonni saamicha raawwatan adabaman. Miseensonni poolisii meeshaa mootummaan itti laatetti fayyadamuun saamicha raawwatan adabamuu Abbaan…
Ispoortii Obbo Biiniyaam Miruuts preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta’uun filataman Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Obbo Biiniyaam Miruuts Yifxar preezdaantii Federeeshinii Atleetiksii Finfinnee ta'uun filataman. Federeeshinichi kaleessa namoota waggaa 4f…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni 84 Sudaanii gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Dec 27, 2019 0 Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 84 Sudaanii gara biyyaa deebi'an. Namoonni deebi'an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitoota namoota seeran alaa harka…
Teeknooloojii Huwaawween dhaabbilee biiroo fi mootummaa Chaayinaa irraa deeggarsi akka hin taasifamnef beeksisee Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa fi dhabbiilee biroon waliin walitti dhufeenya akka hinqabne beeksise. Dhaabbanni Huwaawwee mootummaa Chaayinaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu’uuraa kaa’ame Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) –Ityoophiyaatti ijaarsa Imbaasii Eertiraatif dhagaan bu'uuraa kaa'ame Mootummaan Eertiraa imbaasii akka haaraatti magaalaa Finfinneetti…
Waajabila Faanaa Almaaz Afrikaarraa namoota seenaa dinqisiisaa qaban keessaa takka taate Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 FBC) - Almaaz Darrasaan bara Faranjootaa 2019tti Afrikaarraa namoota seenaa dinqisiisaa qaban keessaa takka taate. Almaaz bara 1991 Godina Jimmaa,…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiyyii fi preezdaant Isaayyaas Bishooftuu fi Duukam daawwatan Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqiin hojiilee misoomaa magaalaa Bishooftuu daawwatan. …
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii aspaaltii Waraabee Boozhabar eegalame Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012(FBC)- Ijaarsi daandii aspaaltii Waraabee Boozhabar (Waraabee- Kutarree - Qaawwaa - Qottoo - Boozhabar) eegalame. Ijaarsi daandichaa kiilo meetira…
Balballoommii fi yaada Guyyaan farra malaammaltummaa addunyaa Finfinneetti kabajamaa jira Obse Wakgari Dec 26, 2019 0 Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) –Guyyaan farra malaammaltummaa addunyaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Guyyichi akka addunyaatti si'a 16ffaaf, akka Ityoophiyaatti ammoo si'a…