Biiznasii Ayyaana waggaaf meeshaaleen bu’uraa ga’aa ta’e dhiyaate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Eejansiin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee ayyaana Qilleef meeshaalee bu’uraa ga’aa ta’e dhiyeessuu beeksise. Eejansichi…
Balballoommii fi yaada Ministeerichi qabeenya uummaamaa irratti marii gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee Muddee 24, 2012(FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Qabeenya Uummamaa hojii qabeenya uummamaarratti magaalaa Adaamaatti marii gaggeessaa jira. Haalaa fi qabiinsa biqiltuu…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate. Yuunvarsiitichi Koolleejjii Qorannaa Misooma Biyyaa, Koolleejjii…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee proojaktoota ijaarraman ebbisiise Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee proojaktoota daandiiwwanii 16 fi riqaalee 7 ijaarsi isaanii xumurame ebbisiise.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e waggaa 3ffaan Yaaballootti kabajamaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana sirni Gadaa Oromoo Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti hambummaan itti galmaa'e waggaa 3ffaan godina Booranaa magaalaa Yaaballootti…
Oduu biyya keessaa Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa walga’iisaa jalqabaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Koreen hoji raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa har'a walga'iisaa jalqabaa gaggeessaa jira. Paartichi addarraa gara paartii walitti…
Oduu biyya keessaa ABUT yaa’ii waliigalaa waame Obse Wakgari Jan 3, 2020 0 Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay(ABUT) yaa'ii waliigalaa waame. Addichi yaa'ii dhaabbattummaasaa booru Muddee 25 fi iftaan Muddee 26,2012 kan gaggeessu…
Teeknooloojii Kalaqni teeknooloojii namoota yeroo rafan kurruufaniif mala ta’u ifoome Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Kalaqni teeknooloojii haaraan namoota yeroo rafan kurruufaniif mala ta’u ifoome. Namoonni hedduun kan ittiin rakkatan rakkoo fayyaa waliin walqabatee…
Oduu biyya keessaa Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta’ee qulqullinaan hojjechuu qaba – MM Dr Abiy Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Dameen ijaarsaa hannarraa bilisa ta'ee qulqullinaan guddina biyyaatif hojjechuu qaba jedhame. Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waltajjii…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti – MM Dr Abiy Obse Wakgari Jan 2, 2020 0 Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa kan hojjetu dhalootaf malee filannoofii miti jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Finfinneetti waltajjiin…